Jump to content

User:Bahar ilma mulata harun

Wikipedia irraa

Yeroo ammaantanaa afaan oromoo afaanota ardii afrikaa kessatti dubbataman kessa hangaftichaa fi baayyina namiota dubbataniitin sadarkaa jalqabaa irra kan jiru ta'u isaa nama wal hin gaafachiisu. Haa ta'u malee sababaa cunqursaan sirnoota adda adda afaanicha gadi qabaa turaniif jacha afaanichi afaan barnoita,teknoloji,akkasumaas afaan hojii osoo hin tahin ture jira . Garuu yeroo ammaantanaa qabsoolee adda adda kan ilmaan oromoo godhaniin sadarkaa amma kana gahee jira. Qabsoon kun kan walirra hincine tahuu qaba. afaan kun sababoota bayyerra kan ka'e miidiyaa addunyaatin dhiisi kan biyya kessatiinuu dabraa hin turre. Arrantana garuu sadarkaa BBC tti qaadhimama jira. Walumaa galatti dheebuu keenya kana ofirraa baasuuf hawaasni oromo iddo mara jirtan hundi gahe kessan bahun barbaachisaadha. Kuniis maali dhihenyatti BBC tamsaasa radio afaanoota ethiopia fi ertiriyaa kessatri baayyinaan dubbatamaniin tamsaasa isaa akka eegaluuf ragaa sassaabachaa jira.kuniis afaan hanga kuma20ol shalgata.kanaaf afaan Amaarifda fi Tigriffan yoo egale Afaan oromoo ni hafa kanaaf guddinaafi dhebuu miidiyaa walabaa hawaasni qabu sanille osoo hin baane hafa. Kanaaf namni hundi mallatoo afaan oromoitif toora intarneetiitin akka mallateessu kabajaan isin gaaffanna. Balinaan hubachuf barbaadaa.