Jump to content

User:Alifu~omwiki

Wikipedia irraa

Maqaan kiyya Aliifuu Hajjii jedhama. Ani abbaa kiyya obbo Hajjii Huseen fi haadha tiyya aadde Fatiyaa Guyyee irraa bara 1995(ALA) tti dhaladhe. Maatii kiyyaaf ani ilma hangafaati. Anatti aansee immoo obboleetii tiyya mariyamaa hajjiitu dhalate. Barumsa kiyya yeroo waggaa 5tti eegale. Baarumsa kiyyattis ani baayee ture. Haati tiyya osoo hin dahin gara waggaa 10tiif dhabduu taatee turte. Bara 2000 fulbaana tokko guyyaa roobii ganama sa'aatii 12:00 irratti oboleessa tokko nuuf dabalte.ani yeroo baayee wanti jaaladhu website account banuudha.