Jump to content

Tigist Maammoo

Wikipedia irraa
  1. Oromoprotests harka fuune sabboontotaa oromoo garee kana jalatti argamtan hundaaf nageenyi keenyaa kan badhaadha siniif haa ta'uu jechaa har'a seenaa gabaabduu GOOTITTI OROMOO
  2. TIGIST_MAAMMOO gurra sin buusuf qophoofne jira kanaaf isiniis # sabboontu gootitti oromoo saba oromoo jechaa wareegamee lubbuu kaffalte taanaf # Like itti nuf roobsa jenna!
==================
[gulaali | lakkaddaa gulaali]

====@ SEENAA GABAABDUU GOOTITTI #TIGIST_MAAMMOO Barattoota oromoo kan yuunivarsitoota garaagaraati osoo karaa nagaan hiriira bahani dhimma abbaa biyyummaa isaanii falmaata jiraanu lubbuun isaanii waraana mootumaa wayyaanen darbite keessa seenaa gabaabaa barattuu #Tigist_Maammoo Simaa isiniif qooda. Tigist abbaa ishee obboo

  1. Maammoo_Simaa fi haadha ishii Aaddee # Ayeettuu_Maammoo irra bara 1992 akka lakkoofsa oromootti biyya oromiyaa Godina Kibba Lixa Shawaa Aanaa Saddeen_Soddoo ganda # Saariritti jedhamtutti dhalattee.

Gootittin #Tigist_Maammoo mana barnootaa sadarkaa 1ffaa kan barattee kutaa 1-8ffaa mana barnootaa

  1. Caalalaqaa kan jedhamu miilan deemsa sa'a lama deemte barachaa turte. Barnootaa sadarkaa 2ffaa jechuunnis kutaa 9-12 mana barnootaa
  2. Harbuu_Cululleetti barattee. Akkasuma qormaata biyyooleessa qabxii gaarii fiduun yuunivarsiitti # Maddaa_Walaabutti rammadamtee. Tigist waggaa 1ffaa yuunivarsiitti maddaa_walaabutti osoo barachaa jirtuu FDG gaaffii mirgaa barattoota oromoo Ebla 28,2014 kaasaniin wal-qabatte rasaasa diinan wareega lubbuu saba oromoof jecha kafaltee.

Gootittiin oromoo #Tigist_Maammoo dhalattee ganna 22tti gootummaan ummata oromoof wareega lubbuu ishii bakka bu'aa hin qabne kaffaltee. Qbsaawaan yoo kufe illee qabsoon itti fufaa kaayyoon isaanii galmaa ni gaha. Jallaawwan keenyaa saba isaaniif wareega lubbuu kaffalan hundaaf biyyoon itti nuf haa salphaatu! ODDEEFFANNOO DABAALATA: seenaa gootitti oromoo kanaa argachuuf; wbsite: om.wikipedia.org/wiki/ Tigist_Maammoo yoo jettan ni argattu!