Jump to content

Televizhiinii

Wikipedia irraa
Braun, Jarmanii 1959
Moodeela TV ykn viidiyoo addunyaa kanaa isa haaraa teknooloojii 4k qabu.

Televijiiniin ykn fagoomudhiftuun ykn sagalaaleen ykn Dhagilaal ykn Tiiviin meeshaa sabqunnamtii suuraa socho’aa fi sagalee bakka tokko irraa gara bakka biraatti dabarsuudhaaf gargaarudha.