Talk:Jawaar Mahaammad
Mata duree ida'iAppearance
Latest comment: waggoota 5 dura by Maammee in topic Kan barreesse himuun si hin barbaachisu
Kan barreesse himuun si hin barbaachisu
[lakkaddaa gulaali]Izyedin galatoomi barreessuu keef. Namni barreesse waan seenaa keessa jiruuf himuun sirra hin jiraatu. Namni biroos gulaaluu waan qabuuf maqaan kee achi barraawun hin fayyadu. Maammee (talk) 18:53, 15 Onkoloolessa 2020 (UTC)