Tajaajila Lammummaa (Oromiyaa)
Appearance
Tajaajilli Lammummaa sagantaa akka Oromiyaatti dhimmoota hojii tola ooltummaarratti akka hirmaataniif Mootummaan Naannoo Oromiyaa bara 2019 labsee fi kan Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaan hogganuudha.[1] Tajaajila Lammummaa marsaa 1ffaan biqultuuwwan kuma 200 ol guyyaa 1 dhaabaman. Tajaajila Lammuummaa marsaa 2ffaa 2020tiin naannoo ofii qulqulleessu, biqiltuu kunuunsuu, dhiiga arjoomu fi harka qalleeyyi gargaaruun raawwatame.