Jump to content

Sirna Aduu

Wikipedia irraa
Aduu fi Lafjootni ishee fi miseensota xixiqqoo sirna kanaa tokko tokko. Guddinni urjiilee akka guddina isaaniitti kan kaafame yoo ta’u, akka fageenya isaaniitti garuu hin kaafamu

Sirni Biiftuu Biiftuu fi pilaaneetota sagal naannoo, kanneen ishee naanna'an of keessatti qabata. Sirni kunnis meerikuurii Veenusii, Lafa, Maarsii, Juupitaar, Saaturn, Yuuraanos, Neeptuunii fi Pilutoo of keessatti qabata .