Seismic wave

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
Body waves and surface waves


seismic wave kan jedhamu kuni gosa wave kan Planeta kenya irra ademmu fi yerro bayye immo kan Chocho'a lafa tectonic ta'en yokan yero tokko tokko immo toka'an kan umamu dha. Haa ta'u malle Seismic waven kuni yeroo hunda (diqatulee) dhibaa Oocean wave fi buben dhibamu danda'a, haa ta'u male osoo hin bekamin dabra. Namonii seismic wave qo'attan seismologist kan jedhaman yoo ta'an, kan seismic wave ittin lakka'an immo seismographiin, meshaan kuni immo ba'itti seismometer yokan geophone gabasa. Qo'ano seismic bakka kussa gazii (Amh:nedag)f odeffanon hydrophones irra itti darame barbachisa dha.