Jump to content

Safeeffannaa

Wikipedia irraa

Hamilummaa ykn Safeeffannaa jechuun yaad-rimee waan sirrii hojjechuudha. Safuun qajeelfama bu’uuraa jireenyaati. Innis waa’ee waliigaltee ykn seera yoo ta’u, gochaa fi akeeka garee lamatti ramaduuf yaala.

  • Gariin isaanii gaarii / dhugaadha
  • Kaan immoo dogongora / soba

Siiseroon jecha kana kan jalqabe yeroo philosphia moralis jechuunis marraaga safuu barreessedha . Itti fayyadamee Ethike Giriikii Durii (innis sakkoo, Afaan oromoo) hiikuuf itti fayyadame .

Safuu dameewwan biroo irratti

[gulaali | lakkaddaa gulaali]
  • Sakkoo, akka qaama falaasamaatti. Qajeeltoowwan, sonaaleefi sakkoo naamusa qabeessummaa ibsa
  • Ti'ooloojiin safuu safeeffannan haala amantii keessatti ibsa .
  • Saayikoloojiin safuu miiraa fi kaka’umsa namoonni yeroo sirrii fi dogoggoraaf socho’an qaban ilaala.
  • Saayinsii siyaasaa fi dinagdees ija safuutiin ilaaluun ni danda’ama.
  • Falaasamni seeraa walitti dhufeenya seeraa fi safuu gidduu jirus ni ilaala.