Qaraambullee
Appearance
| Qaraambullee | |
|---|---|
| bagudaa Magaala(Qarambullee magala) | |
| Qoqqodinsa Saaayinsaawaa | |
| Motummaa: | Bineeldoota |
| Murna: | Chordata |
| Gita: | Hoosiiftoota |
| cita-gitaa: | Foon nyaatoota |
| Qaccee: | Ursidae(qarambullee) |
Qaraambullee ykn bagudaa hoosistuu biyyoota tokko tokko keessatti argamudha.
Gosoonni kunneenis:
- Qaraambullee Magaala - Awustiraaliyaa fi Ameerikaa
- Qaraambullee Bantii(bagudaa bantii) - naannoo Galaana Arktiik
- Paandaa guddaa - Chaayinaa
- Qaraambullee gurraacha Eeshiyaa - Eeshiyaa
- Qaraambullee Gurraacha Ameerikaa - Ameerikaa kaabaa
- Qaraambullee Biiftuu - Kibba Baha Eeshiyaa
- Qaraambullee daagii - Hindii
- Qaraambullee ijaa - Ameerikaa Kibbaa