Jump to content

Pilaaneetii

Wikipedia irraa

Pilaaneetiin ykn Lafjoon urjii tokkotti naanna'anii fi siiqqee isaanii irratti akka naanneffaman isaan dandeessisu qabanidha. Fakkeenyaaf, Milkii Weey wiirtuu isaa irratti urjii Aduu jedhamtuu fi pilaaneetota sagal naannoo ishee naanna’an qaba.