Jump to content

Marraaggaras(Metaphilosophy) jedhu

Wikipedia irraa

Meetaafalaasamni ykn marraaga-garas qorannoo maalummaa falaasama ti . Falaasamni yaadota jiraachuu, beekumsa, gatiiwwan, sababa, sammuu fi afaan waliin walqabatan qorachuudha. Meetaafalaasamni kaayyoo, daangaa fi mala falaasama qorata. Meetaafalaasoonni gaaffii "Falaasamni maali?" akkasumas kaayyoon isaa maal akka ta’e hubachuuf yaali.