Marraaggaras(Metaphilosophy)
Appearance
Meetaafalaasamni ykn marraaga-garas qorannoo maalummaa marraagaati . Falaasamni ykn marraagni yaadota jiraachuu, beekumsa, sonaalee, sababa, sammuu fi afaan waliin walqabatan qorata. Meetaafalaasamni kaayyoo, daangaa fi mala falaasama qorata. Meetaafalaasoonni gaaffii "Falaasamni maali?" akkasumas kaayyoon isaa maal akka ta’e hubachuuf yaali.