Maakeemaakee
Appearance
Maakeemaakee (lafjoo cuggee: 136472 Makemake; mallattoo:
)
Diyaameetiriin mudhii 1434km yommuu ta'u diyaameetiriin bantoo immoo 1422km ta'a. Hoo'ina dirra makmakee −239o C ta'a. Altokko aduurra naanna'uuf waggoota 309.9 itti fudhata. Addeessa tokko qabdi. Makmakeen lafjoo cuggee dhiheenya kanatti argamteedha. Moggaasni maqaa kan kennameef erga argamtee waggaa sadihiin booda.