Maadee(Currisa)
Appearance
Maadee ykn amankaaksuu jechuun miira namni tokko wanti hin eegamne yoo mudate itti dhaga’amuu danda’uudha. Fakkeenyaaf, namni tokko sagalee guddaa tasa taʼe, akka afuuffaan dhukka'uu, ykn buʼaan taatee tokkoo akka dinqisiifatu itti dhagaʼamuu dandaʼa. Miirri ajaa’ibsiifannaa haala jiru irratti hundaa’uun gaariis ta’e hamaa ta’uu danda’a .