Lakkaantoo
Appearance

Lakkantoo safartuu gosoota herregaa fi safartuu saayinsii hunda kan akka ho’a, dheerina, saffisa, yeroo, hanga, qabee fi kkf safaruuf gargaarudha.
Sirni lakkaantoo hunda waalteessuun itti fayyadanu kan jiru yoo ta’u, Sirnichis Lakkaantoo Waaltawaa(LW) afaan ingiliffaan International System of Units (SI) jedhamuun beekama.
Walumaagalatti, gosootni lakkaantoo kaayyoo adda addaatiif oolan hedduun kan jiran yoo ta’u, bu’uurri hunda isaanii garuu lakkaantoo Bu’uuraa Torba yoo ta’u, isaanis:
- Lakkaantoon ho'iyyaa kan akka Seelsiyeesii, Kelviin fi Faareenhaayit .
- Yuunitii Dheerinni, kan akka Seentimeetira, Meetira, Kiilomeetira, fi Heektoomeetira .
- Yuunitii hangaa kan akka Kiiloograamii, Giraama, .
- Lakkaantoo kaandella
- Yuunitii safartuu wantanaa, moolii dha