Jump to content

Lafjoo Bakkalcha

Wikipedia irraa

Bakkalcha ykn Veenus (mallattoo: ) ruuda Xurree Aannannoo, ykn tuuta urjiilee bakka lafti argamtudha. Lafjoon kun Biifturraa irraa sadarkaa lammaffaa (2ffaa) dha. Isa duuba lafjoolee akka: Lafa, Maarsii/Goofoo, Juupitaar/ejabula, Saaturn/lafqubeellaa, Yuuraanos, Neeptuunii. lafjoo isa fuuldura jiru ujaadu/meerikurii qofaadha.