Kaachiis
Appearance
Aanaa gindabarata aanaa akka godina shawa lixaatti balinaa guddaa qabu fi qabeenyaa akka horsisaa,qonnaa ,dammaa ,hambaa seenaa akka haroo samaa ,laftoo seenaa, saqa morree ,holqaa qarree dobbii bosona cillimoo, holqa finca'aa horrondhisaa fi gototaa hedduu qabdi