Jaamboo Jootee
Appearance
Jaamboo Jootee wellisaa Oromooti. Jaamboon kan dhalatee fi guddate Godina Shawaa Bahaa Aanaa Loommee kessatti. Yeroo ammaa magaalaa Adaamaa keessa jiraata.