Jump to content

Ispoortii Aadaa

Wikipedia irraa

Ispoortiin aadaa gosa ispoortii ummata tokko biratti beekamu ta'e kan eenyummaafi jireenya saani calaqqisiisuudha. Ispoortiin aadaa tapha garee adda addaa gidduutti walmorkii uumuudhan jireenya hawaasa keessati dorgomamuudha. Waggaa waggaan Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa magaala Oromiyaa keessatti gaggeeffama.[1]

Faayidaa ispoortii aadaa

[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Ispoortiin aadaa aadaa fi eenyummaa hawaasaa tursiisun cinaatti, hawaasa qaamaan jajjaboo, sammuun cimoo, fi abdiifi hamilee horatan uumuuf gargaara. Akkasuma ijoolleen rakkoolee jireenyaa akka moo'atan gargaara.

Gosoota ispoortii aadaa

[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Kanas ilaali

[gulaali | lakkaddaa gulaali]


Aadaa Oromoo

Aartii - Afaan
Nyaata - Waaddii | Ancootee | Baaduu | Marqaa | Caccabsaa | Qoocco | Ittoo | Cuucoo | Cororsaa | Qorii | Irra diba | Qorsoddoma
Ogbarruu - Fixeensa | Mudaammuddii | Namummaa
Qoricha
Sirna Gadaa
Tiyaatira - Tiyaatira
Waaqeffannaa - Waaqa‎ | Gumii Waaqeffattoota Addunyaa | Irreecha | Ateetee
Wallee Oromoo - Dibbee Qaallu | Shaggooyyee | Geelloo | Tirrii | Dhiichisa | Ragada
Hawwisoo Oromoo - Afran Qalloo

  1. "Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa Ambootti Dorgoman Jimmaatti Shaampiyoonaa tahe". voaafaanoromoo.com.