Inaajii
Appearance
Inaajii(mood) ykn miira jechuun haala miiraa sammuuti. Isaanis eeyyantaa ykn hi'eentaa ta’uu danda’u. Namoonni yeroo tokko tokko "miira gaarii" keessa jiru jedhu, yoo gammadan, ykn "miira badaa" yoo gaddan, ykn aaran . Inaajiin sa’aatii ykn guyyoota hedduudhaaf turuu danda’a.