Heellee
Appearance
Abdurhmaan Maamoo Weellisaa Warra Baalee Haranna
Akka aadaa Harargeetti, yeroo shamarreen tokko heehrumtu, dubartoonni walitti qabamuun sirba heellee sirbuudhan geggeessuu. Yeroo qorii naqatanii ishee dubbisuuf deemanis akkasuma heellee sirbaa dhaqu.[1]
Wabii
[gulaali | lakkaddaa gulaali]- ↑ Heelleen, Harargeetti yeroo cidhaa sirbamu 'laaffataa jira', dhihootti kan baname: Muddee 08, 2017