Harre diidoo

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
Equus grevyi (aka).jpg
Zebras at the circus.JPG

Harre diidoon gossa Farda yoo ta'u, warra Equidae jedhamanii jalatti qodama. Zebran kan itti argamussi central fi kibba Afrikaatti dha. Zebran kan itti bekkamanis qalamu guracha fi addi yoo ta'u kunis burabure dha. Ameerikaa Kaabaatti (zee-bra) yoo jedhame wamamu, Yunaayitid Kingidemitti (zeb-rah) jedhame wamama.