Godaansa Oromo

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Godaansa Oromo - Godaansa Oromoo Guddichas ni jedhama — Godaansi Oromoo baballachuu ummata Oromoo kan jaarraa 16ffaa fi 17ffaa keessa giddu galeessa Itoophiyaatii gara kaabaatti godhame dha. Godaansi kun mootummaa sanyii Salamoon kan Abisiiniyaa irratti dhiibbaa guddaa fide. Akkasumas mootummaa Adaal kan dhiheenya sana moo'amee turerrattis dhiibba guddaa fiduudhan akka dhabamtu godhe.