Galaasaa Dilboo
Appearance
Galaasaa Dilboo hoggana ABO duraanii fi qabsa'oota buleeyyi Oromoo keessaa isa tokko. Maqaan dhaloota isa Yohanes Bantii yoo ta'u, kan dhalatee fi guddate magaala Naqamteeti.