Gaara Mul'ataa
Appearance
- Kanas ilaali: Aanaa Gaara Mul'ata
Gaarri Mul’ataa (Gaara Mullataa) gaara guddaa Harargee Bahaa, Oromiyaa keessa jiru. Gaarri Mul'ataa suluula bishaani irraa meetira 1625 ol ka'e argama.