Findurii
Appearance
Duudhaan afaaniin ykn finduriin karaa seenaa, ogbarruu ykn seera dhaloota tokko irraa gara dhaloota itti aanutti, sirna barreeffamaa malee, sagaleedhaan dabarsuudha. Namoonni seenaa ni himu. Yeroo baay’ee seenaan sun yaadachuu salphaa akka ta’uuf walaloo fi sirboota taasifama. Fakkeenyaaf, walaloo Hoomerii kan Iliyaad fi Odyssey afoolaafi Af-seenaa walitti fide . Dhuma irrattis barreeffaman kaawwame.