Jump to content

Fincila Diddaa Gabrummaa 2015/2016

Wikipedia irraa
(FDG irra kan qajeele)

Fincila Diddaa Gabrummaa 2015/2016 qabsoo ummanni Oromoo hacuuccaa fi saamicha isarra ga'u mormuuf geggeessedha. Fincila kanarratti ilmaan Oromoo hedduun humnoota mootummaa Itoophiyaatin gara jabummaan ajjeefamaniiru.