Jump to content

English to oromoo science word

Wikipedia irraa
English Oromo definition in english definition in oromo
Cell seelii/ lubbiyyoo the smallest unit that can live on its own and that makes up all living organisms and the tissues of the body bu'uura caasaa, tajaajilaa fi baayoloojikaawaa lubbu qabeessa hundaa ti. Lubbiyyon bu'uura lubbu isa xiqqaa kan horuu danda'u yoo ta'u yeroo baayyee dhaga bu'uuraa jireenyaa jedhamee beekkama.
Biology Baayoloojii ykn xin-lubbuu study of life qorrannoo lubbuu
technology   Teeknooloojii ykn ogmala the study of or a collection of techniques. Beekumsa hojirra olmaa
Astronomy xinhawaa
  • The study of the physical universe beyond the Earth's atmosphere, including the process of mapping locations and properties of the matter and radiation in the universe.
Qorannoon qaama uumama ykn walaabu  qilleessa naannoo lafaa bira darbee, adeemsa kaartaa iddoowwanii fi amaloota wantaa fi caralla yuunivarsii(walaabu) keessa jiru dabalata.
Galaxy Ruda a system of millions or billions of stars, together with gas and dust, held together by gravitational attraction. kutaawwan walaabuu kan pilaaneetoota(lafjo) kurmboo(marso ykn orbitii) mataa isaaniirra kan naanna'an ykn tuuta urjilee hawaa keessaa
space Hawaa
  • The volume beyond the Kármán line that lies 100km above mean sea level of the Earth.
walaabuu ykn yuniversii kan qileensa dachee ol jiru