Jump to content

Doolaara Ameerikaa

Wikipedia irraa

Doolaara maallaqa bitaagurgutaa Ameerikaa ti . Doolaara biyyoota biroo irraa adda baasuuf mallattoo $ fayyadama. Maallaqni kun amma akka maallaqa addunyaatti ilaalama. Kunis kan danda’amu biyyoonni addunyaa hedduun doolaara akka maallaqa ijootti waan fayyadamaniif. Biyyoonni baay’een isaaniis doolaara akka maallaqa lammaffaatti fayyadamu.

Fuula duraa nootii doolaara abbaa 100 sanaa