Jump to content

Dhoqonaawaa

Wikipedia irraa
Meeshaaleen kun hundi pilaastikii irraa kan hojjetamanidha

Pilaastikiin ykn dhoqonaawaan meeshaa boca isaa salphaatti jijjiiruu danda’uudha. Wantoonni baay’een pilaastikii irraa kan hojjetaman yoo ta’u, yeroo baay’ee boca sirrii ta’etti hojjechuun salphaa waan ta’eef.

Pilaastikoonni tokko tokko meeshaalee biroo kan akka fuullee itti dabalaman qabu, sababiin isaas pilaastikichi akka jabaatuu fi cimaatuu waan godhuufi.