Dhaabbata Dimookiraasummaa Ummata Oromoo
Appearance
Dhaabbata Dimookiraasummaa Ummata Oromoo (DhDUO) dhaaba siyaasa Itoophiyaa ti. Dhaabni kun dhaabota siyaasaa Adda-Bilisa Baasaa Ummata Tigraay, Adda Dimokiraatawaa Ummattoota Itoophiyaa Kibbaa, fi Warraaqsa Biyyoolessaa Dimokiraatawaa Amaara wajjin tokkummaa uumun Adda Warraaqsa Dimokiraatawaa Ummattoota Itoophiyaa (ADWUI) uumma.