Chocho'a lafa

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
bakka earthquakiin yeroo bayye itti gudatu

earthquaken yoo 'energy'iin lafa jalla crust kessa jirru osso hin bekamin yoo gadhifamu akka seismic waveiin jirrattu godha, kuni immo "earthquake" jedhama. Fulla lafatti, earthquaken akkatta bayyen ofii agarsisu danda'a, kunis chocho'a lafa, jijjirama tesso lafa fi akkasumas yeroo tokko tokko tsunamis fiddu danda'u, kuni immo nama bayye ajjesu fi qabenya nama ballesu danda'a. Earthquakiin kan jalqabu yoo tectonic platesiin kessatti qabaman (cunfaman) bodda yoo lafa gubba yokan fulla lafa irratti dhibaa godhani dha. Dhibaan kun yoo gudattu cabbin kessa jirran "plane"n akka cabu karra banu. Earthquake diddiqan Volcanon ka'ulle ni danda'u.

Chocho'i lafa kuni umaman yokan sababa naman jalqabu danda'a. Maqaan earthquake jedhu kuni kan wali-galatti fayyadamu yerro "seismic wave" jirrattu hunda dha. Kuni jechuun immo yoo earthquakiin umaman jalqabe yokan jalqabu battelle, yoo "seismic wave"iin jirratte earthquake jedhama.

Kuttan lafa earthquakiin itti jalqabe kan gubbatti argamu focus yokan hypocenter jedhama. Maqaan hin bekamne epicenter jedhamu immo bakka fulla lafa irratti argamu kan hypocenter olii argamu dha.