Bamaqaa
Appearance
Bamaqaan(Pronoun)
✓Bamaqni jecha bakka maqaa bu'uun tajaajila maqaan kennu kamiyyuu kennuu kan danda'uudha. Garuu, bamaqaan akka maqaa maxxantoota heddumina agarsiisan maxxanfachuun danoomina hinagarsiisan. Fkn. Ati jennee atoota hinjennu.
Gosoota Bamaqaa
Bamaqaa goosota garaa garaatu jira. Isaanis Bamaqaa Ufnaa, Waliyyoo,Iyyaafannoofi Walingaadha.
Wabii
[gulaali | lakkaddaa gulaali]- Addunyaa Barkeessaa (2016). Semmoo: Bu'uura Barnoota Afaanii fi Afoola Oromoo, Finfinnee