Almaaz Ayyaanaa

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Almaaz Ayyaanaa Eebbaa (Sadaasa 21 1991 dhalatte) atileetii Oromoo fiigicha-dheeraa yoo taatu baayyinaan meetira 3000 fi 5000 irratti dorgomti. Almaaz Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa kan Beejingirratti meetira 5000 medaaliyaa warqee nyaatte.

Wabii[gulaali | lakkaddaa gulaali]