Is’haaq Niiwtan

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
GodfreyKneller-IsaacNewton-1689.jpg

Is’haaq Niiwtan fiiziziistii, ogeessa herregaa, astroonoomara fi falaasessaa uumaa biyya Birixaaniyaa ture. Kitaabni itti-bultoota herrega fi falaasama umaa irratti inni bara 1687tti katabe seenaa sayinsii keessatti kitaabota dura-bu’oota keessaa tokko, kitaabota herregaa gurguddaa duubarra dhufaniif utubaa tahuudhaan. Kitaaba kanarratti Niiwtan akkaataa ufitti-harkisa lafaa fi heera sochii sadiin addaan baasee ibsa. Dhufiinsa Diifaranshaal kaalkulas fi intagraal kaalkulasiitiif, herrega keessatti Niiwtan, Gootfrad Liibniz waliin galata qaba.

Wikimedia Commons on Is’haaq Niiwtan

Personal tools
Namespaces

Variants
Ilalchotta
Actions
Ilalcha
Toolbox
Afaan Birran