Ifaa

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Ifaa, yokan visible light, kuniin electromagnetic radiation kan wavelengthiin isaa (about 400–700 nm) ilaa namaan ilalamu danda'u qabuu dha. Sayinsii kessatti jechii ifaa jedhamu electromagnetic spectum hundaa mallatessa. Ifnii ofii kessaa Partikillota Diqoo (Elementary Particles) kan photons jedhaman ofii kessa qaba.

Waani sadeen iftii itiin bekkamu:

Ifnii ammalla wave fi Partikillota agarsisuu ni danda'a. Ammalii isaa kunii immo wave-particle duality jedhama. Qo'annoon ifaa optics jedhamu, qo'anno physics haraa(modern) kessatti barbachisumaa guddaa qaba.

Personal tools
Namespaces

Variants
Ilalchotta
Actions
Ilalcha
Toolbox
Afaan Birran