Itoophiyaa

From Wikipedia
(Redirected from Ethiopia)
Jump to: navigation, search
Itoophiyaa
Ethiopia in its region.svg

Federaalawaa Dimokraatawaa Repabliikii Itoophiyaa (Itoophiyaa, Ethiopia) jedhamuudhaan kan beekamtu biyya Gaanfa Afrikaatitti argamtu yoo taatu, ergaa Eertiraan irraa bara 1993 G.C. cittee booda biyya lafa qofaan marfamte taatee jirti. Itoophiyaan kaabaan Eertiraan, dhihaan Sudaann, kibbaan Keeniyaan, kaaba-bahaan Jibuutiin fi bahaan immoo Somaaliyaan daangeffamtee argamti.

Itoophiyaan biyyoota kanaan dura waggaa baa'ee turan jalatti yoo ramadamtu, Afrikaa keessaa baay'ina ummataan lammaffaa irratti argamti. Barbaadina dhufaati ilma namaa irratti ga'e guddaa kan qabdu biyyittiin tun, maqaa «Culla dell'umanità» jedhamuuf filatamuu dandeessee jirti. Itoophiyaan biyyoota Afrikaa keessaa coloniaiin kan hin qabamin keessaa tokko dha. Liberiallen coloniaiin qabamu baattullee, biyyittin Liberia kanitti dhaabatte colonizzatore Afroamericano ta'aniin. Itoophiyaan waggaa shaniif 1936-1941 G.C. Fascistiin haa qabamtu malee, dhuma irratti Itoophiyaan mo'achuu dandeesseetti. IV secolo A.D. kessatti kan gara kiristaanummaatti jijjiramte biyyi kuni, addunyaa keessaa biyya kiristaana baay'ee turtee lammeessoo dha.


Wikimedia Commons on Itoopiya

Personal tools
Namespaces

Variants
Ilalchotta
Actions
Ilalcha
Toolbox
Afaan Birran